Site Name

subglobal1 link | subglobal1 link | subglobal1 link | subglobal1 link | subglobal1 link | subglobal1 link | subglobal1 link
subglobal2 link | subglobal2 link | subglobal2 link | subglobal2 link | subglobal2 link | subglobal2 link | subglobal2 link
subglobal3 link | subglobal3 link | subglobal3 link | subglobal3 link | subglobal3 link | subglobal3 link | subglobal3 link
subglobal4 link | subglobal4 link | subglobal4 link | subglobal4 link | subglobal4 link | subglobal4 link | subglobal4 link
subglobal5 link | subglobal5 link | subglobal5 link | subglobal5 link | subglobal5 link | subglobal5 link | subglobal5 link
subglobal6 link | subglobal6 link | subglobal6 link | subglobal6 link | subglobal6 link | subglobal6 link | subglobal6 link
subglobal7 link | subglobal7 link | subglobal7 link | subglobal7 link | subglobal7 link | subglobal7 link | subglobal7 link
subglobal8 link | subglobal8 link | subglobal8 link | subglobal8 link | subglobal8 link | subglobal8 link | subglobal8 link

small logo
Oduu

Godina Haragee Bahaa Ona Baddannoo keessatti yeroo dheeraf  ilmaan Oromoo diina ajjeesisaa fi hiisisaa kan ture Lukkee Wayyaanee irratti  tarkaanfiin fudhatame.

(Madda Oduu ABO/MOA/Waxabajjii 8,2009) Faallaa qabsoo bilisumma ummanni Oromoo mirga isaaf godhaa jiruu dhaabbatuun yeroo dheeraaf ilmaan Oromoo diina miisisaa kan ture ergamaan diinaa Mohammad Yuusuf je’amu irratti tarkaanfiin maayyii  sabboontota Oromoon fudhatame. 

Namni kun yeroof dheeraf gorfamee badii isaa irraa deebi’uu waan dideef tarkaanfiin dhumaa irratti fudhatamuu kan ifa godhe odeessi kun, Godina Harargee Bahaa Ona Baddannoo magaalaa Baddannoo fi Santarii jidduu naannawuun ABO waliin hidhata qabdanii fi ilaalcha isa qabdu maqaa je’uun ilmaan Oromoo hedduu akka ajjeesisee fi hiisise addeessa.

Murnoota hawaasaa kanneen akka barattoota, daldaloota, qotatee bultoota fi abbootii amantiis ilaalcha ABO qabdan maqaa je’uun dararaa kan ture ergamaa kana irratti Caamsaa 27/2009 tarkaanfiin maayyii Sabboontaan irratti fudhatamee jira.

Ergamtoonni biroon dalagaa akkasii irratti bobbanii jiran ergamaa kana irraa baruun bobaa diinaa jalaa bahanii saba isaanii cinaa akka dhaabbatanis Sabboonni naannichaa akeekkachiisa dabarsaniiru.

MOA


Opinions published on News and Views section of this site are those of the authors and not necessarily that of OLF.

Copyright ©2005 ABO/OLF All Rights Reserved | Email Webmaster olfinfodesk@earthlink.net